Waamicha Eebba Kitaabaa! [Invitation to Book Launch Ceremony_ Author Wondimu Tegegne (PhD)] Venue _ @ Ambo University, Oromia, Ethiopia

Waamicha Eebba Kitaabaa

Kitaabni kiyya afaan lamaan mata daureen isaa Siyaasa Afaan Oromoo fi Qubee Itoophiyaati ykn The Politics of Afaan Oromoi and Qubee in Ethiopia__ Jedhu sanbata xiqqaa Bitootessa 23, 2015 Ganama sa’aatii 3:OO irraa eegalee galma guddaa Yuunivarsiitii Ambootti ni eebbifama. Kanaaf, guyyaa kanaatti hiriyoota keessan wajiin argamuun akka naaf eebbistan kabajan guddaan isin waameera.
* Wondimu Tegegne {PhD}.

For Further Information…https://www.facebook.com/wandimu.tegegne
https://www.facebook.com/wandimu.tegegne?

Waamicha Eebba Kitaabaa! Bitootessa 23, 2015, ganama sa’aa 3:00 irraa eegalee.

Galma Yuunivarsiiti Ambootti

#Waamicha Eebba Kitaabaa!

“Siyaasa Afaan Oromoo Fi Qubee Itoophiyaatti (The Politics Of Afaan Oromoo And Qubee in Ethiopia)” Jedhu kan Wahila Keenya Hayyuu Afaaniif barsiisaa Yunivarsiitii Amboo ta’ee Doktor Wandimmuu Taganeen bareeffame, Bitootessa 23, 2015, ganama sa’aa 3:00 irraa eegalee

Related Posts

Advertisement

Author: Mulugeta Woldetsadik, Librarian/Information Professional at Hawassa University (HU), Ethiopia

Mulugeta Woldetsadik, Librarian/Information Professional @ Hawassa University, , Sidama Region, Ethiopia

Leave a Reply

Please log in using one of these methods to post your comment:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

%d bloggers like this: