[Oduu Gammachiisaa]Qubee_TV” har’a eebbifamee tamsaasa isaa yaalii Saatalaayitiidhaan eegala.Baga gammaddan,baga gammanne!!

#Qubee_TV” har’a eebbifamee tamsaasa isaa yaalii Saatalaayitiidhaan eegala.Baga gammaddan,baga gammanne!! Elilly International Hotel tti gaggeeffamaa jira !!

Gaazeexeessaa FIB duraanii, Mubarik Beshir daayirekteera fi hundeessaa Qubee TV ti.Wahillankee waliin hundeessitan mara waliin baga milkooftan jenneerra !!

Dhaawwachuudhaaf:-

Lakkoofsi Ethio Sat.Frequency 11105

Horizontal S/R 45000

Bara Midiyaan akkaan nuu barbaachisu keessatti “Qubee TV”n anaadhufu jenneerra!!

Odeeffannoo Dabalataaf Fuula FB TV Qubee daawwadhaa…

www.qubeetv.com

Author: Mulugeta Woldetsadik, Librarian/Information Professional at Hawassa University (HU), Ethiopia

Mulugeta Woldetsadik, Librarian/Information Professional @ Hawassa University, , Sidama Region, Ethiopia

Leave a Reply

Please log in using one of these methods to post your comment:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

%d bloggers like this: