Finfinnee, Mudde 8/2022- Paartiin Koongireesii Federaalawaa Oromoo(KFO)n ibsa har’a baasen yeroo ammaa Oromiyaan waraanaa fi manca’ina siyaasaa waliigalaa ta’e keessa galtee jirti ummata Oromoo fi Oromiyaa dhumaatiirra baraaruuf Paartii Badhaadhinaa fi Mootummaa, Hawaasa Idil Addunyaa, Ummata Oromoo maraaf, Humoota Siyaasaa Oromoo haqaaf qabsaa’an, Beektota Oromoo fi ummataa fi humnoota siyaasaa dhugaa biyyattiif waamicha dhiyeessera…
Ummata Oromoo,Oromiyaa Dhumaatiirra Baraaruuf KFO’n Waamicha Waliigalaa Dhiyeesse የኦሮሞ ሕዝብንና ኦሮሚያን ከዕልቂት ለማዳን ከኦሮሞ ፌዴራላዊ ኮንግረስ (ኦፌኮ) የቀረበ አጠቃላይ ጥሪ
የኦሮሞ ሕዝብ ሆይ‼
———————
በደምህ ያመጣሄው የለውጥ ዕድል ተቀልብሶ ይባስ ተብሎ ማንነትህን የሚፈታተን ግልጽ የህልውና አደጋ ተደቅኖብሃል ።ይህንን የተደቀነብህነ አደጋ አንድነትህን ጠብቀህ ተደረጅተህ ራስህንም ኦሮሚያን እንድትጠብቅ የትግል ጥሪ እናቀርባለን ።
_ኦፌኮ