Extraordinary Achievement from Adama Science & Technology University


Raji Ashenafi who was born and raised in Kelem Wellega, Oromia has made a miracle.

Graduated with 60 A+

His name is a miracle he has done a miracle

Qubee generation!!!!

Barataa Mana barnootaa bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa kan ture Raajii Ashannaafii koorsii 60 barate qabxii A* galmeessuun yuunivarsiitii Saayinsii fi Teknoloojii Adaamaarraa barnoota Herregaa fi Fiiziksiin Mojor’n eebbifameera.

Raajiin Yuunivarsiiticharraa qabxii olaanaa galmeessuun waancaa fi Meedaaliyaa fudhateera. Yuunivarsiitichi Kompiyuutaras badhaaseera.Yuunivarsiitiin Harraambee barataa kana birrii kuma 50 badhaaseera.

Raji Ashanafi who was a student of the Oromia Development Association who was a student who took 60 courses and scored A* score from Adama University of Science and Technology has graduated in Maths and Physics.

Raji has scored a high score from the university and received a trophy and medals. The university has also awarded a computer. Harrambe University has awarded this student 50 thousand birr.

It is known that this student will go to America to study for 3rd degree (PhD).

Advertisement
%d bloggers like this: