
Dr Milkeessaa miidhagaa Kitaaba Mata Dureen Isaa “Governing Contested Cities In Federation” jedhu Afaan Ingiliffaan barreessanii jiru. Kitaabichi dhimma Dirree Dhawaa fi Finfinnee, fi gaaffii bara dheeraa Oromoon magaalota kana irraa qabu bifa kitaabaatiin Afaan Ingiliffaan kan bahee dha. Guyyaa Eebbaa: Jimaata Sa’aa Booda,Bakka: Finfinnee, Hoteela Ramadaa. Ramada Hotel, Friday afternoon!
Source: Milkessa Midega ,Former Head of Oromia Land Use and Administration Bureau