ታላቅ የመጽሐፍ ኤግዚብሽን፣ በአዲስ አበባ ዩኒቨርሲቲ 6 ኪሎ ካምፓስ። ከግንቦት 16 እስከ 22, 2013 ዓ.ም
Egizibishiinii kitaabolee, Yuuniivarisitii Finfinnee kaampaasii Kiiloo6tti. Caamsaa 16 hanga 22tti.
Books Exhibition, at AAU, 6kilo campus. May 16-22 Eth.C.

21st Century Library & Information Science Network
Information-Knowledge Retrieval & Dissemination Platform_Since 2017
ታላቅ የመጽሐፍ ኤግዚብሽን፣ በአዲስ አበባ ዩኒቨርሲቲ 6 ኪሎ ካምፓስ። ከግንቦት 16 እስከ 22, 2013 ዓ.ም
Egizibishiinii kitaabolee, Yuuniivarisitii Finfinnee kaampaasii Kiiloo6tti. Caamsaa 16 hanga 22tti.
Books Exhibition, at AAU, 6kilo campus. May 16-22 Eth.C.
Duulli itti fufe! Afaan Oromoo Afaanota Gurguddoo Addunyaa 109’tti makamee tajaajila kennuu jalqabuuf Jechootni English Miliyoona 1 fi isaa ol Afaan Oromootti yoo hiikamaniidha. Kana milkeessuf Hundi keenya dirqama nurra jiru haa bahannuu.1. Jechaa fi Hima Afaan English gara Afaan Oromootti hiikuu yoo dandeesse kanarratti hirmaachuu.2. Kanneen Namootni biroo hiikan gulaaluu yoo dandeesse kanarrattiis hirmaachuu.kan asii olii laman yoo sitti ulfaate..3. Maxxansa akkanaa #share gochuudhan guddina Afaan keetif tumsi.https://oromiasamsung.com/hiikkaa-google-afaan-oromoo…/
Obbolaan lamaan xiyyaara kalaquuf yaalan Biqilaafi Lalisaa Daani’el waa’ee badhaasa argatanii akkas jedhan. ”Waan isaaniif godhame hundaan akka gammadan himanii, ‘’nuti har’a badhaafamne otoo hin taane uummanni Oromoo yaada keenya simatee qooduun yeroo nu jajjabeessaa turan badhaafamne,’’ jedhan.‘’Qabatamaan akkasitti deeggarsa yeroo argannu immoo jecha nu dhabsiisee,’’ jedhan. Bal’insaa dubbifadhaa.https://bbc.in/3hQmXVU
Senior Ethiopian officials may face restrictions on their travel to the US, as Washington increases pressure on the government of prime minister Abiy Ahmed amid growing global concern about atrocities and famine caused by conflict in the northern region of Tigray…...READ MORE
You must be logged in to post a comment.