

Advertisement
Rate this:
Related
Author: Mulugeta Woldetsadik, Librarian/Information Professional at Hawassa University (HU), Ethiopia
Mulugeta Woldetsadik, Librarian/Information Professional @ Hawassa University, , Sidama Region, Ethiopia View all posts by Mulugeta Woldetsadik, Librarian/Information Professional at Hawassa University (HU), Ethiopia
Baay’ee Gammadneerra kana irra gahuu Afaan keenyaaf Carraa kana argachuu keenyatti hedduun in itti boone!! Beektota keenyaan Raagaa jiraadhaa , eebbifamaa!!!
LikeLiked by 1 person
Afaan oromoo Google ti dabalamuu baayeen gamaade
LikeLike
NUUF GALATOOMAA HUNDI KEESSAN
LikeLiked by 1 person
Beektota oromoo fi beekumsa addunyaaf gumaachinee afaan keenyaan immoo eenyummaa ofii fi nu ta’uu beeksisuun nuuf mala!
LikeLiked by 1 person
Gammachuun koo daangaa hin qabu
Afaan keenyaan Gabaa Addunyaa keessa gallee hojjennee guddachuu dandeenya.
LikeLiked by 1 person
Baay’ee galatoomaa galannikeessan guddaa
LikeLiked by 1 person
Afaan Oromoo Afaan guddaa tahuus yeroo dheeraaf roorrifamaa Kan tureedha harra garuu abjuun keenya Kan yeroo dheeraa nuf dhugoomee jira
LikeLiked by 1 person
Afaan Oromoon Afaan saba bal’aatti
Kanaaf Bayee itti gammadne jira!
LikeLiked by 1 person
Afaan Oromoo Afaan Afrikaanotaa
Baga gammannee gammadaa
LikeLiked by 1 person
Baayye gala tooma abjuu bara dheeraa Saba ballaa kanta’e Afaan Oromo Sadarkaa kanarra ga’uu isaa arguu kiyyaaaf baayyen gamade
LikeLike